Biftu

Sun Mar 01 2026 at 12:00 am to 01:00 am UTC+03:00

Finfinne Oromia | Addis Ababa

Biftu Page
Publisher/HostBiftu Page
Biftu
Advertisement
#QORICHOOTA_FARRA_KANSARII
#SMOOTHIES jedhamu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Kaansariin dhaloota keenya kana keessatti dhukkuba baay'ee beekamaadha.
Innis kan mulโ€™atu dhibee marโ€™imaanii, kaansarii harmaa, kaansarii gadameessaa fi bifa biroo hedduudhaani.
๐Ÿ‘‰Garuu Rabbiin keenya kan rakkoo keenya furuuf qoricha uumamaa nuuf kenneef Alhamdulillaah(Galanii haqa tahe isaaf haa tahu)Jenna.
Biqiltoonni kun Rabbiin Waan uumeef qaba.
Wanti inni uumef hundi dhukkuboota nuti Ittiin rakkataa jirru akka qorichoota Rabbiin uumee nuuf kenne kanatti gargaaramuun Dhibee irraa fayyinuufi.
Qoricha kana Akkaataa armaan gadii kanaan fayyadamuu si barbaachisa.
1.Hargiisa.
2.Ananaas.
3.Jiinjibiila.
4.Ambaa Shook(Sorsop)
beekama
QOPHII๐Ÿ‘ˆ
Aloo(Quncee) hargiisaa(Vera) irraa tolchitee baastee, Akkasuma Qola janjabiilaas Akkasumatti irraa tolchitee, Quncee(Qola) Ananaasillee irraa tolchitee,
Akkasumas Aloo(Qola)
Amba shook (Sorsop) irraa tolchitee erge qooheeyfattee, qorichoota kana hundaahuu gogaa isaanii sirritti irraa fixxa.
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
Yoo naannawa Magaalaa jiraattanii maashina Ittiin waa daakan qabaattan, qorichoota kana hunda ciccirtanii iddoo tokkotti naqxanii achi booda daaktu.
Erga daakanii sirritti wal-nyaatee booda cuunfaa isaa san dhugama.
Warreen maashina hin qabne ammoo haaluma Aadaatiin meeshaa Qoricha kana walitti makuun Itti cafaqxanii(daaktanii) sirritti bulleeysitanii, Akka makaan isaanii sirritti walitti makamuu gochuun akkaatuma armaan gaditti ibsametti fayyadamtu.
#AKKAATAA_ITTI_FAYYADAMAA๐Ÿ‘ˆ
Ganamaa fi galgala torbee 3 sadihiif kubbaayyaa 1 (kuubii) tokko tokko dhugama.
Qorichoota Akkaan mirteeysoo tahee fi Dhukkuboota yaachisoo tahe Akkaataa Qoricha Ittiin fayyadamnu yeroo mara Akka isiniif dheheeysinuuf.
ยฉ๏ธBiftu Pageโœ๏ธ Follow, Sher gochuun hawaasa keenya biraan gahaa Galatoomaa!!!!
Fayyaan hin dhabinaa!
#StayProtected
#everyone
#haelthylifestyle
#100k
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Chenalota keenya Jion godhaa Akkaan isin fayyada!!
#WhatsAppChannel ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://whatsapp.com/channel/0029VbA9JDxDTkKAyRREel2f
#telegramchannel ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+eFqhloiZZ6ZhYjM8
Advertisement

Event Venue

Finfinne Oromia, Addis Ababa, Ethiopia

Tickets

Icon
Concerts, fests, parties, meetups - all the happenings, one place.

Ask AI if this event suits you:

More Events in Addis Ababa

Santaferia in
Sat, 28 Feb at 11:00 pm Santaferia in

Maka in
Sat, 28 Feb at 11:59 pm Maka in

Mar wold Media
Sun, 01 Mar at 12:00 am Mar wold Media

Addis Ababa, 269 Addis Ababa, Ethiopia

Biftu
Sun, 01 Mar at 12:00 am Biftu

Finfinne Oromia

Black-White
Sun, 01 Mar at 12:00 am Black-White

Idoro,

Dj Chetas in
Sun, 01 Mar at 09:30 am Dj Chetas in

taarikh
Sun, 01 Mar at 11:00 am taarikh

Idoro,

BEGIN in
Sun, 01 Mar at 05:00 pm BEGIN in

Mark Trammell Quartet in
Sun, 01 Mar at 05:00 pm Mark Trammell Quartet in

Thiago Brado in
Sun, 01 Mar at 08:00 pm Thiago Brado in

La Dame Blanche in
Sun, 01 Mar at 08:00 pm La Dame Blanche in

Addis Ababa is Happening!

Never miss your favorite happenings again!

Explore Addis Ababa Events