Advertisement
ODUU AAGAA Bitootessa 20 sagantaa beekkamtii addaa Hanga yoonaa seenaa tajaajila Afaan oromoo keessatti hin taane tokkotu ta'a!
Akkam jirtan. Bara kana sagantaa addaa kan hundi keessan itti gammaddanii fi gaafachaa turtan tokko eegalla. Sagantichis Finfinneetti Bitootessa 20'f karoorfameera. Maarree maalummaa sagantaa beekkamtii kana gara fuula duraatti kan isinitti himnu yoo ta'u sagantaa jalqabaa kanaan 'nama tokkoof beekkamtii, galateeffannaa fi jaalala qabnu hunda kan itti ibsnifuuf ta'a. Namni kun eenyu kan jedhu amamaf surprisedha, torban muraasa booda garuu isiniif himna. Gamanumaa si'aayinaan akka eegdanii fi sagantaa keessan bitootessa 20 free akka gootan isin gaafanna.
Walirra bu'iinsi sagantaalee akka hin uumamneef ergaa kanas ammuma irraa akka nuuf qooddan jaalalaan isin gaafanna. Har'a irraa ji'a lama qabna. Ji'a lamaan har'aa
KOREE QINDEESSITUU
Advertisement
Event Venue
Addis Ababa, Ethopia, Ethiopia
Tickets
Concerts, fests, parties, meetups - all the happenings, one place.










