Yaala Moora Ijaa Shashemene

Sun, 26 Oct, 2025 at 12:00 am UTC+03:00

Shashamane | Addis Ababa

Aslal Digital Solutions
Publisher/HostAslal Digital Solutions
Yaala Moora Ijaa Shashemene
Advertisement
🌟 Oduu Gammachiisaa! Tajaajila Wal'aansa Ijaa Bilisaan🌟
Namoota wal'aansa moora ijaa barbaadaniif carraa addaa, kan
Dhaabbanni Tola oolaa Muslim Fesih Guzel Hospitaala Ispeeshaalaayizd Shashamene keessatti dhiyeessuu keenya gammachuu guddaadhaan isin beeksifna! πŸŽ‰
πŸ—“ Galmeen hanga Kamisa October 26tti banaadha!
Tajaajila gatii guddaa qabu kana gatii tokko malee argachuuf carraa keessan hin darbinaa.
Ati ykn namni ati beektu wal'aansa kana irraa fayyadamuu danda'a mala, mee oduu tola ooltummaa kana babal'isi! πŸ’¬ Nama barbaadu yoo jiraate Tag godhi ykn beeksisi!
🀝 Har'a Qaaman dhaqaa galmaa'aa bakka keessan mirkaneeffadhaa!

#Wal'aansa Ija Bilisaa #Hospitaala #Shaashamenne #Kunuunsa Hawaasaa #Fayyaa #Fesih #Muslim #Guzel #aslal_digital #marketing
Advertisement

Event Venue & Nearby Stays

Shashamane, Shashemene, Addis Ababa, Ethiopia

Sharing is Caring:

More Events in Addis Ababa

WADU Community Fundraising Event
Tue, 28 Oct at 12:00 am WADU Community Fundraising Event

Addis Ababa Stadium

Seven Tour Operators
Wed, 29 Oct at 02:00 pm Seven Tour Operators

Cozy Building 2nd floor, Adey Abeba Stadium, Addis Ababa, Ethiopia

African Livestock Exhibition and Congress
Thu, 30 Oct at 10:00 am African Livestock Exhibition and Congress

Millennium Hall, Addis Ababa, Ethiopia

Ethio Poultry Expo
Thu, 30 Oct at 10:00 am Ethio Poultry Expo

Millennium Hall

EDPA 31st Annual Meeting and Scientific Conference
Fri, 31 Oct at 08:00 am EDPA 31st Annual Meeting and Scientific Conference

Global Hotel in Addis Ababa/Ethiopia

Texworld Addis Ababa
Fri, 31 Oct at 08:30 am Texworld Addis Ababa

Ethiopian Skylight Hotel

Addis Ababa is Happening!

Never miss your favorite happenings again!

Explore Addis Ababa Events